Carraa mirga eeyyama Jireenya- Mirgakessan bekkadhaa!
Qophii barumsa baqattootaaf (baqattoota gaafa guuyyaa 31/10/2017 duratti, gara biyyaa Jarmaniitti dhufan).
Dhaabbata Marii Baqattoota Baayern (Bayerischer Flüchtlingsrat) gaafa guyyaa 28/02/2023 irra kaasee, waa’ee seeraa haar’aa Carra eeyyama jireenya ilaalchisee kaffaltii malee sagantaa barumsa toora internetiirraan (online) qopheessee ti jira. Sagantaa barumsa kana Baqattootaafi.
Afaan Oromoo*: 08/03/2023, sa’aa 9:30 – 11:30tti
* Afaan Deutschiidhaan, bakka turjumaana jirutti.
Sagantaale kanaa martiinu, toora interneetiidhaan karaa Zoomiin ni geggeffamu. Galmaa’uudhaaf maaloo Unkaa kana ittifayyadamaa >>>
Gaafii yoo qabaattan, maaloo gara: kontakt@fluechtlingsrat-bayern.de nu barressaa. |